About Us


Barlabsiin Gubirmans dhaaba of barlabsaa New Yorkitt bara 2002 galmeeffame. Yeroo dorgommeen itt hammaate fi manooti daldalaa bu’aa qofa irratt xiyeeffatan kana, rakkina barlabsamuu irra haanuuf tolfame. Barlabsaan kHojotiun hanga ammaa hojii abbaa barlabsicha qofa barlabsa. saa kan xiyyeeffatan muuxannoo Oromoo fi afaan saa irratt. Kanaaf kanneen iyyaatii fi quwannoo naannichaatii fedha qabaniif akka madda dansaatt tajaajiluu dandaha. Barruusaa Moor “Prison of Conscience” jedhamuu kan bara 2003 barlabsameen jalqabe. Hojiin kun muuxannoo abbaawichi kan hidhaa koree waraana kuffee jala darbuun argame hubachiisa. 2004tt hojii biraa “Qooqaa Addaa Afaan Oromoo” jedhamutu barlabsame. Innimmoo tokkee sadii, Oromoo-Oromoo, Oromo-English, English-Oromo dha. Sutaa iyyaatii haasofsiis gargaraa irratt kennus qaba. Akeeki barlabsichaa inni muummichi dhaalmaa sabaa jabeessuu yoo tahe iyyuu, bu’aan yoo argame indoosa hojii walfakaataaf ooluu waan gargaaruu dandahuf hin jibbamu. Hojiin hanga yoonaa dhihatan hidhaa keessatt lafa jala (1979-89) jalqabamanii badiisa irratt xumuramani. Abbaawuchi, Ibsaa Guutama, nama Oromiyaa, biyya Gaanfa Afrikaatt argamtu fi kolonii empayera Itiyoophiyaa taateetu. Oromoon murna Afaanii Kushitik jedhamu jalatt ramadamu. Afaan saani walgahi kam irratt iyyuu, kan ambaa tahee kan dhugeeffanoo akkasumas waabariitt akka dhimma itt hin bahamne erga koloneeffatamee hamma 1991tt dhowwamee ture. Afaan reef barreeffamuu jalqabu yoo ayyamquwa dhaloota dubbatuutt haa toluu qofaan dangahamuu baatee, akka meesharkaa beekumsa ittiin guddisaniittis ni ilaalama tahe, jalcaasa saa cimsuun barbaachisaa dha. Amma kan moor, allaadoo, barreetti kkf bartoota haaraa, dubbisuu fi dhahataaf akka gargaaran hoomishuu yaalan sabboonota qabeenya yartuu qabani. Hojiin barlabsaa kanaa qaama ifaajee sanaa tahu irrayyuu rakkina barlabsamuu irra haananuuf fakkeenya akka tahu abdatama. Akka Oromoon abjuu saanii bubbule dhugoomfatan dhaabota sabaawoo, sabgidduu fi namoota abbaltii misha qaban irraa gargaarsa guddaatu eegama.

Yaadaa keessaan karaa teessoo keenya manaa yk email moorota irratt argamaniin yoo nuu ergitan ni galateeffanna.

Gubirmans Publishing is a New York registered self publishing house since 2003. It is created to overcome the problem of being published in such a time when competition is high and commercial houses focus only on profit making. This publisher so far publishes only the owner’s works. The works focus on Oromo experience and language so can serve a good source for those who have interest in information and study of that area. It started with a book “Prison of Conscience” which was published in 2003, depicting the experience of the author in detention center of the fallen Ethiopian military regime. In 2004 another work “Qooqaa Addaa Afaan Oromo” Special Oromo dictionary was published. This is a three in one dictionary, Oromoo-Oromoo, Oromo-English, English. It has an appendix rich in information on different topics. The major aim of the publisher is the preservation of national heritage though if it sells well the profit shall be appreciated for it could help further investment in similar works. Both works so far published are works started underground in a detention center (1979-89) and completed in exile. The author is a native of Oromiyaa, a country in the Horn of Africa under the colonial rule of the Ethiopian empire. Its indigenous people, the Oromo belong to the Cushitic language group. Its language was banned from being used in any gathering, public or religious as well as in schools from its colonization until 1991. For a language just beginning to be a written language, a firm infrastructure would have been necessary if it has to be a tool for advancement of knowledge rather than being limited to a psychological satisfaction of its native speakers. They are now only nationals with meager resources that are trying to produce books, papers, articles etc. that could help as reading and reference materials for new learners. Much help is expected from national, international organizations and persons of good intention to help the Oromo realize their long overdue dreams. The work of this publisher is part of that effort and an example for overcoming the problem of getting published.

We appreciate suggestions and comments through our home and email addresses given on the books.

Products

Qabsoon Oromoo bara soddomaa ol lakkaawwate jira. Namoota yeros jalqaban keessaa kan amma lubbuun jiran manguddoota. Qabsichi garuu aangoo fi beekumsan bilchaataa hin deemne. Malli hamma yoonaa dhahame Oromoo garaa hin cibsine. Malli haaraan labsamaa jiru kan “ empayera Itiyoophiyaa demokratessuun bakka barbaadame ni gahama” jedhu maaliif furmaata tahuu hin dandahu akka jedhamu moor kana dubbisuun hubachuu ni dandahama. Oromoon aadaan mareett amana. Garaa garummaa keessa saa jiru furuuf osoo shimala hin kaasiin, ilaa fi ilaameen fixachuu filata ture. Si’ana garuu, Oromoon, dhiibbaa sana irraanfachiisu, jala of galchan jiru. Kanaaf qabsoon saa akamu tahaa akka jiru agarsiisuun akeeka moor kanaa tokko. Ibsaa Guutamaa qabsoo Oromoo keessatt waggaa hedduuf qooda fudhatee jira. Tolaas hamaas itt argeera. Amma muuxannoo saa irratt hundaawee haaluma qabsoo Oromoo mudate kana mariif tolinnaa kan jedhu lafa kaa’eera. Tuqaalee kaasaa tahuu dandahu jedhu golee adda addaatii coree maadallii dubbisaaf dhiiheessee jira. Akkuma abboolii saa afollii hojii saa keessaa qooda guddaa qaba.Akkasumas Oromoon bara biyya argatu caasaa attamii diriirfachuu dandaha gaaffii jedhuuf, waa’ee Gadaa kanneen qeyeett dhagahee fi moorota adda addaa dubbisee irratt hundaawuun fakmishoo tokko dhiheessee jira. Rakkoon moonaa qabsoo keessa jiru akka inni jedhu yoo tahe ifas dukkanas qaba. Isa ifaa nagaan furatanii isa dukanatt ifsaa barbaadachuun akka. Gaaffiin Oromoo si’ana hubannoo sabgidduu argataa jira. Gaanfi Afriikaa gaaffiin sun deebi’u malee fulduratt nagaa, gabii fi guddinni kan yaadamu akka hin taane beeku. Sochiin Oromoo kan daangaa cehee mirga nama biraa tuqu miti. Bilisummaa saba ofiif lolachuun garuu mirga dhalootaati. Akka shororkeessatt kan dhiheessan yoo jiratan dogoggora. Aadaan Oromoo saana waliin akka hin deemne barruun kun ifaa godha. Kan barlabsame Oromoo haasofsiisuun falli keessaa ni argama jedhameetu.

Price US $ 21.00
Shipping and handling in US $4.00

Ethiopia was so far known as Prison of Nationalities. Ibsaa Guutama reminds the reader of its other dimension as "Prison of Conscience". Though the major episode of the book is "Darg's prison", in particular "Upper Compound Maa'ikalaawii", it assesses prison in historical perspective, going back over 200 years of Abisiinian rule. The relation of Oromo with Nubian and Abisiinian Ethiopia is clearly put. The book also highlights the Oromo question, the struggle waged and the difficulties encountered, including the present predicament in the OLF.The diplomatic efforts made by Eastern and Western Oromo in 1919 and 1936 is briefly discussed. The caption on the cover, "Never give up", tells all that the book is about. It is a valuable document not only for Oromo struggle but also for Ethiopian and Human Rights studies.

ISBN 0-9728O13-0-8
Price US $ 30.00
Shipping and handling in US $4.00

QOOQAA ADDAA
AFAAN OROMOO
SPECIAL OROMO DICTIONARY

Qabee
Contents
I. Fuulota Dura/Front Pages
Fuldure; Walbarsiisa
Yaada qooqolii hin baramin furuu
Qubee abaacaa Oromoo/Letters of Oromo alphabet; Preface; Introduction
Grammar Notes
Three Verb Groups
Irregular Verbs
Some special Verbs
II. Qooqaa/Dictionary
1. Oromoo-Oromoo, Oromo-English English-Oromo
III. Iyyaatoo Shaffisaa/Quick Reference
Mq Margo Oromiyaa/Oromiyaa plant names: botanical and English
alphabeticals
Oromiyaa; Yero, Lakkofsa fi tokkee Dhaha Hammaa/ Time, Numbers, and Unit of Measurements
Qabattee Seera Afaanii /Grammar notes; Gochii Oromoo muraasa/ Some Oromo verbs
Maqaa Dudhaa/ Oromo Traditional personal names; Hidda Dhalootaa/ Generation roots
Ibsa Dantu’un/Pictoral Illustrations
Olloota Oromoo/Oromo neighbors; Afriikaa; Miseensota Saboota Tokkoomanii/UN members
Qooqaa Tokkee Sadanii
One in three Dictionary


ISBN PB-0-97809728013-1-6/ HC-0-09728013-2-4
Price Hard cover US $ 60.00 Paper cover $ 45.00
Shipping and handling in the US $ 5.00

*As a policy products sold are not returned. But books damaged in the process of delivery may be returned within 30 days of our invoice.

Oromo Struggle
Article

Short Stories

The following short stories are Oromo based. There are folk tales that had influenced these stories. Some have historical facts in them but since no research is made on them made up presentations had been added. Imagination of the writer had taken the major part. It is hoped that readers will give their comments on them.

Ayyaana Haadholii
Carraa keenyas Yaadachu

Gidduu kana namooti Ameerikaa haadholiif yoo kennaa bitan, kardii erganii fi dubarti karaa dabarte hundaan “Happy Mothers’ Day” jedhan muldhatu. Guyyaa haadholiin kennaa saanii banuu fi akka itt tolett ayyaaneffachuuf dharraan eegatani. Guyyichi Eebla 11 oola. Jala bultiin saa  garuu erga o’uutti kahee bubbulee jira. Sun maal nu qaabachiisa laata?...read more

Mothers’ Day
A note to remind our own

These days Americans are seen when buying gifts, sending cards and saying “Happy Mothers’ day” to all women passing by them. It is a day mothers look forward eagerly to open their gifts and celebrate in a way suiting their taste. The day will occur on May 11. But it has been a while since warming up its eve started. What would that bring to our memory?...read more

The Legend of Akkoo Manooyee

Once upon a time said a pro-women story teller, women were the rulers of Oromiyaa. It was a matriarchal society. Then every thing was in abundance. They imposed strict discipline of work. Laziness was a crime then. They wanted every one to be as passionate and as hard working as women. There was no roaming around places idly. Manooyee was the last in line of women rulers that conspiracy of lazy men brought to an end...read more

Buttaa

Communities north of Finfinnee were preparing for a defensive campaign. It was during that period that a girl by the name Buttaa was born to a Galaan family. Her grandfather called her Buttaa in anticipation of the coming campaign. It was also in the same period that a boy named Jijoo was born to an Eekkaa family. Both experienced the initial part of the invasion of the south personally. They also outlived most of the warlords...read more

Hillu and Dhugaasaa

In the eastern part of Africa there lived an ancient people of Nabee land. Long, long ago, the land of Nabee was covered with thick forest. In it lived several wild animals and humans who run away from harsh rule. Among the wild animals there was an ape called Hillu. On the human side was a young man called Dhugaasaa...read more

Oliiqaa

It was about fifty years after the forces of Goobanaa conquered Qellem and turned Jootee Tulluu into the vassal of emperor Minilik. A boy by the Name Oliiqaa was sent to priest school to learn the emperor’s language. With the knowledge acquired he was able to get employment in colonial office.  No sooner than the old colonizer was kicked out by a European one did Oliiqaa met his life’s challenge...read more

Aagee

Long, long ago in the kingdom of Ballee a princess called Aagee was born to the house of the Luggishoo (duke) of Gobbii. After being married to the king of Leeqaa she was sent back for losing enthusiasm with her elderly husband. Her parents gave her hand to a second husband, a Sayyoo republic chief, Guutaa, as a gursummeettii (divorcee) but she had a surprise in store...read more

When Red turns Black

Beyond Tulluu Walal far away where the sun sets in Oromoo land was the country of Sanaagaa. Its leader was a great warrior who came down from western expedition that started from Odaa Nabee long, long ago.  His name was Booyyee. His great, great grandfather it was told, was one of those who crossed the Gibee with the renowned law giver Makkoo Bilii.  He was appointed as Abbaa Duulaa, commander in chief of an expedition by Makkoo. By the time of Booyyee the office had become hereditary...read more

Korma Ayyaanaa
(Ayyaanaa Bull)

Long, long ago at a time immemorial during a moony night a commotion was heard from a kraal of a foora site. It was in cattle raising society. Foora is an occasionally undertaken grazing expedition. It was usually guarded by a cibraa (regiment) of the army. There were numerous kraals under the supervision of an officer called Abbaa Karraa. The commotion was unusual. That made the officer to bring to the attention of Abbaa Ollaa, chief of the county and owner of that particular kraal...read more

Addooyyee

In olden days after puberty girls were more private than public. It was only during ceremonial dances that they can appear and have fun in front of a crowd. Indoor games, gossips and makeup takes place behind the curtain.  Otherwise friends meet when fetching water, collecting fire wood and when mowing the field. The most intimate friends in who they confide secrets call each other Addooyyee...read more

Some Teaching Methods of Traditional Children

At a time when there was no organized formal education for children the informal was the standard practice. Toddlers are intentionally exposed to learning defense and art through observation from elders. In tribes like Boran they are sent to Waata, group that were artisans and skilled hunters for the same purpose. This class of children started learning vigilance and military art by hunting rodents and other small animals which are difficult to track. Those beyond eight years of age start with herding calves. Then they herd sheep and goats before they are promoted to cattle assistant herders. Then also they have to protect the herd from predators. Learning the techniques of defense and survival was a process undertaken at every stage...read more

Dirriqee

Long, long ago there lived a family headed by a person known as Abbaa Urgeessaa. He had two children Fidaa and Dirriqee by his wife Haadha Urgeessaa whose maiden was Caaltee. Urgeessaa was their first born who died at the age of eighteen eaten by crocodile in Baaroo River while on expedition to River Baaroo. This family was one among families of the Wanaagaa nobility. Because of their close-knit relationship they were highly respected and admired in the region. For this reason many wanted to get married into their family. Their daughter had many suitors but her defiance of tradition was a problem to her family...read more

Waaqtolaa’s Myth and Reality

Once upon a time in the Horn of Africa lived a strong young man called Waqtolaa. He was a native of a vast country called Oromiyaa. Long, long ago Oromiyaa was invaded and the invaders language Amharic was imposed by force. To get employment in public offices one has at least to speak Amharic. Waaqtolaa was fed up of life on the farm and so he wanted to buy Amharic get government job and live in town...read more

Links
Voice of Finfinne
OSA
WOFO
Gadab Foundation
Oromo Green pages
Oromia Online

VOA/Affan Oromo

The Sidama Concern

 

Contact Us

 

GUBIRMANS PUBLISHING

30-49 LINDEN PL. #2

FLUSHING, NY 11354

Email : Daawwii@gubirmans.com

TEL & FAX: (718) 461-4554

 

 

©Gubirmans Publishing 2007